🛑😳hajjin caaltun gadi jettee Mila koo dhungattu malee itti hin araaramu jedhe abdiin dirqiin araarse

2024 ж. 23 Сәу.
24 646 Рет қаралды

Пікірлер
  • Tish wly Anii kanaa jarsaa godhaa tu mitii milaa kiya hin micisifadhuu🤧🤧🤧🤧🤧

    @HayatSharafu-iv8mp@HayatSharafu-iv8mp21 күн бұрын
    • 😂😂😂😂😂😂😂

      @muntehamohamed1425@muntehamohamed142521 күн бұрын
    • Heeruma Malee hafu Woyaa kana waajiin jiraachuu irraa

      @muntehamohamed1425@muntehamohamed142521 күн бұрын
    • Subna allah

      @muntehamohamed1425@muntehamohamed142521 күн бұрын
    • 😅😅😅

      @SaraOromo@SaraOromo21 күн бұрын
    • @@muntehamohamed1425 😂😂 Eee wolahi

      @HayatSharafu-iv8mp@HayatSharafu-iv8mp19 күн бұрын
  • Mee namin Abdii jalatani like gotani male bira hin lufinaa❤❤ galatoomi Abdii

    @aishakayo286@aishakayo28622 күн бұрын
    • Maatii naaf tayii qalii nama galtomii

      @sandabastudio5518@sandabastudio551822 күн бұрын
    • ❤❤❤❤🎉🎉

      @user-ww7gd9yk3i@user-ww7gd9yk3i22 күн бұрын
    • Aaaa❤❤

      @user-ww7gd9yk3i@user-ww7gd9yk3i22 күн бұрын
  • Mee naamnii abdii jiduu caaltuu tifii hajiiii kanatiiii dadhaabiii iisaa diiqiisifatanii lhikii godhaa wlh abdii rabii jazaa tatee sii haa deebiisuu ishaallaa wly

    @zainabtzainab8839@zainabtzainab883922 күн бұрын
    • Maatii naaf tayii qalii nama galtomii

      @sandabastudio5518@sandabastudio551822 күн бұрын
    • dhugaa keeti rabbi rabbi jazaa isaaf haa deebi'u❤❤❤

      @ifnaanjibril4440@ifnaanjibril444022 күн бұрын
    • Kkkkkk gadisee saree isaa haqisataa Abdii nama kabajaa gudda qabuu

      @user-bu9pt6vd8w@user-bu9pt6vd8w21 күн бұрын
    • ​@@user-bu9pt6vd8wsuunii iitaalii balagee gudisaa badee 😌😌

      @zainabtzainab8839@zainabtzainab883921 күн бұрын
  • Dhifaamaa iraa nuhaafii Abdii ati dhugumaa nama Waaqayoo ogumaa keennefidha!!!! ❤❤❤❤❤❤❤

    @user-ln8qv4bc1g@user-ln8qv4bc1g21 күн бұрын
  • Mashaa Allah Rabbiin sirraa hajalatuu JZK Galatomii Abdii🐅💪❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Araramunii baredaa gotee

    @trytyrhu8331@trytyrhu833121 күн бұрын
    • Maati naaf tai lubbuu koo

      @MesiOro-dt8np@MesiOro-dt8np20 күн бұрын
  • Wollaahi Hajiin yeroo duraa takkaa heduu qajeele turee amaa sheyxana akkamtu isaa xuqxee 😭😭😭😭yaa Hajii Caltuu jabeefadhu maloo

    @Hawwiishow1234@Hawwiishow123421 күн бұрын
    • @zhquqabwh921@zhquqabwh92121 күн бұрын
  • Mashalla Mashalla Mashalla wow wow wow Aabbiin sirraa hajalatuu Galatomii Abdii Qaali ❤❤❤❤🎉🎉

    @ummufaaris-nt8gc@ummufaaris-nt8gc21 күн бұрын
  • Uufiiii abdii koo misikinaa jaza ke Rabii sifii ha kafalu ❤❤❤❤❤❤❤

    @sofiadefu3063@sofiadefu306322 күн бұрын
    • Maatii naaf tayii qalii nama galtomii

      @sandabastudio5518@sandabastudio551822 күн бұрын
  • 😭😭😭😭😭Yaa rabii kiyaa dhiiruumaa Akaa guurbaa kaanaa nuraa qabii yaa rabii ko 😭😭😭😭😭😭😭😭dubaartii uufaatumaa godhee modelaa atiii barbade siii fidaa jedhaa ee haajiii atii imaa deemii maalee waayiituu hin bulinii aatiii garaa nu gubdee wlh gurbaa kuniiii

    @zainabtzainab8839@zainabtzainab883922 күн бұрын
    • As wr wb maatii naaf tayii qalii nama

      @sandabastudio5518@sandabastudio551822 күн бұрын
    • Aamiin Aamiin 😢

      @mashooarsiishashee7092@mashooarsiishashee709221 күн бұрын
    • Nama abaruun garii miti rabbii isaa haa qajelchuu jechumaa woyaa halii hajii nuu hundaa garaa gubbee jirraa hundaafuu rabbii haa tolchuu inshaa Allah

      @ZaharZAHAR-rd7xy@ZaharZAHAR-rd7xy21 күн бұрын
    • Dhugadhaa rabbihaaqajechuu

      @laftibariihinhaftuu217@laftibariihinhaftuu21721 күн бұрын
    • Amiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiin Ya Rabbii Nuraa Qabii ❤

      @sabontuujimmaa7728@sabontuujimmaa772819 күн бұрын
  • 😢😢😢Baga rabbi ararse wollah Alhamdulillah wolitti araramu nama kaa Jibbu Sheyxana yoo ta'e malee hinjiruu❤ #Abdi Galatomi🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

    @ifnaanjibril4440@ifnaanjibril444022 күн бұрын
    • Mee yaa Umaata lala mee kaana mujiriaa

      @Amina-gk9tt@Amina-gk9tt21 күн бұрын
    • Abdii Ati galatomii garuu hajii akamitii haadha ilmoo isaa waarani Waalin hin barsisuu jedhaa Kaani waara ofii sodatuu maalifii Adabatee hintenee

      @Amina-gk9tt@Amina-gk9tt21 күн бұрын
  • 😭😭😭😭😭😭Namichaa samuu furrii waliitii in deebiisii maaloo Abdii dhiisii wanakanaa Kun shamaaraa Araabuu Barateera Hajiin 🤐🤐📷😭😭😭

    @user-kk2ed7np3o@user-kk2ed7np3o21 күн бұрын
  • Walhii an gafaan hajiiin jibuu gafaa inni akkamit ilmoo godhataa jedhee jibuu jibbee walhii muccaa kan rabbiin isaa haa qajelchuu walhii😢

    @user-kp6ny2xk2g@user-kp6ny2xk2g21 күн бұрын
  • Bagaa wolititi arbasitee Abdii mashaallaa Mashaallaa namani ilmo essa woli fiduu Haji ufii sirrii

    @SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk21 күн бұрын
    • Maati naaf tai lubbuu koo

      @MesiOro-dt8np@MesiOro-dt8np20 күн бұрын
  • Miskina Abdii ❤ Rabbiin jazzaa kee siif haa kafaluu inshaaAllah

    @Hawwiishow1234@Hawwiishow123421 күн бұрын
  • Caltun dhugaa jetee wora isaa haa barsisu dhala alla haa dhisuu akasi caliye ❤❤❤❤❤

    @halimah6316@halimah631621 күн бұрын
  • Masha Allah Galatomii abdii rabbiin jazaa sii haa debsuu Wolahii waan baredhaa daldhee ❤❤❤👍👍

    @ruqiyaqasim1842@ruqiyaqasim184220 күн бұрын
  • Alhamdulillah bagaa rabbii walitti isiin ararsee. Yomuu sheyxanii haa gor'amuu. Hajiilee rabbii haa qajelchu. Abdii jzk rabbii sirraa haa jaltuu

    @radiyaaabdurhamni9342@radiyaaabdurhamni934221 күн бұрын
  • Mashaallah mashaallah tabarakala Abdi rabbii sira haa jalatu wollahi nama kana eduti rakkate rabbii sira haa jalatu 😢

    @ayishaayisha5915@ayishaayisha591522 күн бұрын
  • Bagaa ararmtaan Abdiyee galatomii hayyuu nama❤❤❤❤❤❤❤

    @tigisthailu3786@tigisthailu378621 күн бұрын
  • Hedduu galtoomii yaa abadii qaali namaa❤❤❤❤

    @fifaqatar8572@fifaqatar857222 күн бұрын
  • Caaltuu biirii tee itii hin keenini hoojatadhu ilmoo tee guudifadhu raabiin sii haa gargaruu Caaltuu teenya qaalii too ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

    @user-ye8me7rh2s@user-ye8me7rh2s22 күн бұрын
    • Maatii naaf tayii qalii nama galtomii

      @sandabastudio5518@sandabastudio551822 күн бұрын
  • Bareefa kana caaltuun naa gahaaa caaltuu at dubartiidha kanaaf kabajaadhan Abbaa mana Kee sirrti qabadhuuuu hin barbaachisuu Abbaa mana tiin adda baatee inni Akka Amma jiru kanatillee yoo jiraate at garuu Akka isaa kanatt adda baatee jiraatuu hin dandeettuu kanaaf bakka takka obsaan bakka takka morkaan bira taruu qabdaa at hajjitti aruu otuu hin taane jaalallee Isa woliin jiran ta inni woliin bulu San morkattee isa jabeefatuu qabdaa kanaaf ofittt jabaadhu hajjin badaas tahu jaarsa keetii kanaaf jabeefadhuuu

    @YaaqubMuhammad-lp9ip@YaaqubMuhammad-lp9ip22 күн бұрын
    • Jechii kee dhugadha garuu dhirii mana kessaati yerooma tokkoo fullaa hin hikkaane yeroo tokkoo gamachuu hin qabnee akkamiti wojiin jirataan wolahii bayyee nama dhibbaa yaa rabbii nagaa godhii gurbichaa

      @ZaharZAHAR-rd7xy@ZaharZAHAR-rd7xy21 күн бұрын
    • Zaraa jechuun kee sirriidha garuu isiin of jabeesitee isas jabeefatuu qabdi Akka sharian jedhutti itt of bareechiftee Akka inni olii gadi hin deemne

      @YaaqubMuhammad-lp9ip@YaaqubMuhammad-lp9ip21 күн бұрын
    • @user-rt4su9lb6w@user-rt4su9lb6w21 күн бұрын
    • Abdii ❤❤❤❤❤❤

      @ahmedmohamme2540@ahmedmohamme254021 күн бұрын
    • Atii kaa. ii jetini aragituuu😂😂😂😂

      @fatumat7506@fatumat750621 күн бұрын
  • Mee Caltuu irraa mali dhabdee nodhoo kokolee jela dema Caltuu tun xiqoo gowomati malee misikina bareduudha mali hanbifitee wolihy dulota kokolee jela hafii atuu dutee hangaa midhamete ufii ilalii hajii ❤mataa jabatuu jarii lachuu caltuu atii mataa jabatini

    @SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk21 күн бұрын
    • Maati naaf tai lubbuu koo

      @MesiOro-dt8np@MesiOro-dt8np20 күн бұрын
  • Abbdii galatoomii hadhookoo atii dhuguma ilma dhugaattii rabbii sirraa haa jallatuu umurii dheraa jiradhuu hammaan siin argiin barrii jireenyaa kee siif haa ebbifamu gammachuu maalee gadda hin argiin ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    @samyasamya4438@samyasamya443821 күн бұрын
    • Maati naaf tai lubbuu koo

      @MesiOro-dt8np@MesiOro-dt8np20 күн бұрын
  • ماشاءالله تبارك الله جزاك الله خيرا عبدي

    @ifjvhcjfkgjf5118@ifjvhcjfkgjf511821 күн бұрын
  • Anatu duuraa lalee haajii caaltuu jaabesii haadara raabii raabiin sii haa qaajelichuu inshaa Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

    @user-ye8me7rh2s@user-ye8me7rh2s22 күн бұрын
    • Caaltuu miskinaa tiyaa Raabbi sifii haa qajelchuu 😢😢😢

      @barakqsxsw90@barakqsxsw9022 күн бұрын
    • @@barakqsxsw90 eeeee raabiin haa qaajelichuufi inshaa Allah 🤲🏼🤲🏼🤲🏼👆👆👆❤️❤️

      @user-ye8me7rh2s@user-ye8me7rh2s22 күн бұрын
    • Maatii naaf tayii qalii nama

      @sandabastudio5518@sandabastudio551822 күн бұрын
  • Mashaa allaa Abadii baredaa gotee 🎉🎉❤❤❤ rabbin walifii haa galachuu❤❤

    @user-vg8rm6lp4f@user-vg8rm6lp4f21 күн бұрын
  • Maashalaa maashaalaa abdii raabii siraa haa jaalatuu❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

    @user-ye4nl9nh7n@user-ye4nl9nh7n20 күн бұрын
  • Mashaa alhaa mashaa alhaa abdii jazaa ke rabbii sif ha kafaluu garuu ani ammas hajii hin sodadhaf wallayii caltuudha rabbumaan issi wajiin ha jiratuu malee😢😢😢😢😢😢😢😢

    @user-nv2el3pq8q@user-nv2el3pq8q21 күн бұрын
  • Garu wallah haajiin kun bikka irra das najedhe yoo jirate gaafa caaltun desse san hedu ankabakaba ture namnii ykn dhirtti bikka san nama ciina dhabanan wallah rakko biira tafette ni obsitaf caaltu wallah dhala jala dhorki jabeyfadhu rakko tee argu hin fedhu gurban kun siila ilmi nama hirina hin dhabu❤❤❤❤

    @user-vl6yo7pc9b@user-vl6yo7pc9b21 күн бұрын
  • Yaa Rabbii lafisii Daa'ima Jala hin fudhati hajji!!! ani sanuma soodadhaf akka gaafa inni ni gurguraadha jedhe irraa akka waan Daa'ima tiyya taateti Qalbiin naa cabdee amale sanuma soodadha 😢😢hajji Rabbin sii haa qajelchuu

    @muniramunira2199@muniramunira219921 күн бұрын
  • Dhugaa raabii abdii galtoomii qaalii namaa ❤❤❤❤❤

    @omaramina515@omaramina51520 күн бұрын
  • Abdiishaa rabbii si haa eebbisu eebbiifami dachaa jiraadhu ❤❤❤❤❤ caaltuu fi hajji rabbiin nagaan waliin isiin haa jiraachisu😢😢😢❤❤❤❤

    @ayanto6017@ayanto601721 күн бұрын
    • Maati naaf tai lubbuu koo

      @MesiOro-dt8np@MesiOro-dt8np20 күн бұрын
  • Baga woliti arsitee abdii jzk ❤❤❤

    @SumayaArsii-dd1zr@SumayaArsii-dd1zr22 күн бұрын
    • Maati naaf tai lubbuu koo

      @MesiOro-dt8np@MesiOro-dt8np20 күн бұрын
  • MAA Shaa Allah galatom abdi rabbin sirraa haa jalatu ❤❤❤❤

    @MisraAli-hl7kv@MisraAli-hl7kv21 күн бұрын
  • Maashaalla bareeda garuu caaltu daa'ima tee hin dagatin irrati fuudhet gurgurata wallahi hajji kana hin amanu an

    @uaess9428@uaess942821 күн бұрын
    • Ebadee abaa komanitii kanaa kkkkkkkkkkkk

      @qasimhuseen1450@qasimhuseen145021 күн бұрын
  • Ayyii Abdi umuurrii dheradhuu❤❤❤

    @GeteBekele-jk5fg@GeteBekele-jk5fg22 күн бұрын
  • Caaltuu ji'a tokko booda immoo dhuftee Asirratti boossa lamuu hajjiin akkana na godhe jette Asirratti iyyaa hin ooliin ijoolleen shawaa kutattudha ati maali garuu caaltuu xawalwaallen icc

    @user-zg7on9lt5r@user-zg7on9lt5r22 күн бұрын
    • 😂😂😂😂😂 dhugaa jettee wallahii akka waan dhiirii duniyaa tanaraa hiin jiree kanumaa wal bohaa oltii astagfullaahi😂😂😂😂😂

      @user-tj1xr5ko1x@user-tj1xr5ko1x22 күн бұрын
    • silaa fayyoon hoo essa

      @makiama9561@makiama956121 күн бұрын
  • Masha allaah Abdii Rabbiin siraa haa jalatuu❤❤❤❤❤❤

    @user-cn3xz1dk5w@user-cn3xz1dk5w19 күн бұрын
  • Caaltuu duraan nama gaarii seha erga isiin Abdii miidhu jalqadde itti aare Adaa isiin hamtuudha Jaaza rabbin haa kafaluuf

    @ser-zm8nz6sj3m@ser-zm8nz6sj3m21 күн бұрын
    • Maati naaf tai lubbuu koo

      @MesiOro-dt8np@MesiOro-dt8np20 күн бұрын
  • Maasha allaah galatom abdii waan garii hojatee dhugaa

    @user-nw1yp7jr4f@user-nw1yp7jr4f20 күн бұрын
  • Akkamitti namni lakkoofsa maatii ofii hin qabne subhaan allaah 😢.

    @fatumamohammad9064@fatumamohammad906421 күн бұрын
  • Abdi Galatomi Atti Namafi Bekadha Umuri Dhera Nuf Jiradhu Hajinile Nama Mitti Heduu Nama Tufata Kan Akka Haji Hin Dhalatin Lamafayuu Hicii

    @user-nv4dx2ge7m@user-nv4dx2ge7m21 күн бұрын
    • Maati naaf tai lubbuu koo

      @MesiOro-dt8np@MesiOro-dt8np20 күн бұрын
  • Mashaa allhaa Abdii dhugaa atii namaa garii dhaa jabadhuu❤

    @GishaHaji-xe5tz@GishaHaji-xe5tz21 күн бұрын
  • Masha Allah Tabarakallah rabbiin sirra ha jalaatu abdii❤❤❤❤❤❤❤❤

    @fatumatube3721@fatumatube372121 күн бұрын
  • Jiradhuu Abdii rabbiin niyaa tee sifi hagutuu Wlh dhira namati ati ❤❤❤❤

    @mahbubamohamed3767@mahbubamohamed376721 күн бұрын
  • Hajjii dhugaa rabbii dubbachuuf tana ati rakkoo qabdaa malii caaltuu kan isheen milla sii dhungattuu malii dhiraa biraa wajjiin argitee moo maal sii gotee mucaan kun😢

    @tarertarer3302@tarertarer330221 күн бұрын
    • Maati naaf tai lubbuu koo

      @MesiOro-dt8np@MesiOro-dt8np20 күн бұрын
  • ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Abdii jzk rabbin siraa haa jaalatu qalli nama❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    @AnwarAnwar-ly4jm@AnwarAnwar-ly4jm21 күн бұрын
  • Abdii Waqayyo baraa jirenyaa kee yaa ebbisu ebbifami ❤ darbii jiradhu

    @user-yz3zn5cc4s@user-yz3zn5cc4s21 күн бұрын
  • Fuuluma bareeda barbaaduu edaa dhiirri a'uuzubillaah 😢😢. Dubartii meeqa wojji ciisu Sila yaa ilaahii Koo .awwala jaartii qaba.caaltuun lama .imaaneen sadi ,faayoon afur.ammas bareedduu arge .laa hoowla wolaa quwwataa illaah billaah 🙈🙈🙈. Fayyumama qaama keeysaniitiifuu of eeggadhaa yaa ummata

    @fatumamohammad9064@fatumamohammad906421 күн бұрын
    • Maati naaf tai lubbuu koo

      @MesiOro-dt8np@MesiOro-dt8np20 күн бұрын
    • @@MesiOro-dt8np tole

      @fatumamohammad9064@fatumamohammad906420 күн бұрын
  • Maashaa Allah baaga naagaha waaliti isiini deebise gaalatoma ulfaadha rabbii isiini haajalatu jzk rabbii isiini haa ijaru

    @alfiyaaumar2114@alfiyaaumar211421 күн бұрын
  • Rabbiin sirraa haa jalatuu Abdii keenyaa 😘😍🥰❤️

    @saadu7901@saadu790116 күн бұрын
  • Abdii urmii Kee Rabii Haa dhereksuu Rabii Nii ishalhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    @sifaniiibrhimii8865@sifaniiibrhimii886521 күн бұрын
  • Mashala mashala baga rabbi issini ararse Abdi galatomi qali beka kena namni akka Keti kuni osso nuf bayate❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

    @Beema-do1jq@Beema-do1jq21 күн бұрын
  • ماشاء الله تبارك الله الحمد الله ثم الحمدلله Abdii Dhugaa Jiradhu ❤❤❤❤👍👍👍✅✅✅Rabbiin Sirha jalatuu

    @Hasanibrahim-pt7wd@Hasanibrahim-pt7wd21 күн бұрын
  • Mashaalaa Mashaalaa Mashaalaa Mashaalaa tabarakaalaa Galatomi Abdii❤❤❤❤❤

    @user-gt2kq1jg4f@user-gt2kq1jg4f21 күн бұрын
  • Rabii siraa haa jalatuu wlh yaa Abdii Galatoomaa dhugaa rabii ❤❤❤

    @zuzuamaan-2533@zuzuamaan-253321 күн бұрын
  • Abdi, you're a good person. Thank. you

    @nujumaahmed2876@nujumaahmed287620 күн бұрын
  • wowow Abdii ebbiifamii dhugaa bagaa waaqayyoo walit isin debiise C +H bagaa gammadan❤❤

    @user-gy8cv2jr4z@user-gy8cv2jr4z21 күн бұрын
  • Callatuu jabaadhuu Nama jallaate Rabbini qoromaataa

    @SamiraMuhalim@SamiraMuhalim21 күн бұрын
  • Abdii maashaa Allaah Tabarakallaah Rabbii sirra haa jallatu

    @faxumaahmed1746@faxumaahmed174621 күн бұрын
  • Wolhii utuu anaa, ee kadhen araramuu namichaa dumesakanatii

    @kalatabdulqadur9992@kalatabdulqadur999219 күн бұрын
  • Ka Hajii kuni nama hin galuu garuu ati baga Ararsite Abdii❤

    @thhjhhjh8090@thhjhhjh809022 күн бұрын
  • Abdii gaarii nama Galatomii wlh baga wooliti ararsitee Mashaalah maburkii caltuu koo miskinaa ❤❤❤❤koo❤

    @BasaAbdane@BasaAbdane21 күн бұрын
  • Mashallaalh Mashallaalh Mashallaalh Mashallaalh Mashallaalh Mashallaalh Mashallaalh Mashallaalh Mashallaalh Mashallaalh Mashallaalh Mashallaalh Mashallaalh Mashallaalh ❤❤❤❤❤❤❤❤❤abdii ❤❤❤❤❤qalii namaa ❤️ ♥️ 💖 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    @Someya-hp6pf@Someya-hp6pf21 күн бұрын
  • Ee baadee namni mati hadhaa mana ofi dhooysuu maali mee like godhaa warii yaani kuni sirrii jeetani😢

    @makiama9561@makiama956121 күн бұрын
  • Hajin hiriyyaa garii qabaa silaa osoo Abdin namaa akaa sahibaa barakan tatee hajin qataa calatuun adan bahee baradaa jalaa demaa waraa hiriyyaa akaa Abdii kana qabadan jabefadhaa Galatomii Abdiiyee 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎈🎈🎈🎈🎈

    @user-rw6gj8wy8u@user-rw6gj8wy8u21 күн бұрын
  • Abdii atii nama gariidhaa wl nuuf jiradhuu sanyii koo❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

    @oromoofirst1993@oromoofirst199321 күн бұрын
  • Mashallalh tabarkallh rabbin siraa haa jalatuu abdi

    @user-gh2jp1dp5h@user-gh2jp1dp5h21 күн бұрын
  • Abdii mucaan kuni yoo daimma tana jala fudhatee jala badee itti gafatam sii abdii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤝

    @obse673@obse67321 күн бұрын
  • thank you so much, Abdi. you are nice man Wlh Rabbin sirra haa jaalatu. Natti tolta dhuga ❤❤

    @sabaafkadir5785@sabaafkadir578518 күн бұрын
  • galatoomii Abdii garuu hajiin amas homaa hinsirofnee Rabiin haa siresuu wallhatasisuu

    @dnnuriyaasheamanhfanumaaa2262@dnnuriyaasheamanhfanumaaa226221 күн бұрын
  • Kkkkk eee abdii Caaltuu harkan qadhuu jedhee kaa🙆‍♂️👥

    @makiama9561@makiama956121 күн бұрын
  • Galatoomii Abdi addan bahuu issanii namni jallatuu hin jiru garuu yeroo inni yeroo ishee midhu nuti dhagahamaa arrabsina maalee caaltuun miskina Amalas ta,ee,wan hundumaanuu badhaatuudha,miskinumashee ilalee homa naan gotuu jedhee akkas gochuun nama birattis waqa biraatti hin jallatamu ega ilmoo godhatee hadha ilmosa jabeefachuun dirqama issaatti dargagguuman har,aa kun akkasitti hin hafuu jabateenii walii galani daima issaanii yoo guddifatani barsifatani bakka guddan gahatan bor kabajja qabu umaanii hundii caaltuu heedduu jalata nii kabajjaa wan ta,eef yeoo,atii,ishee,mittu sii arrabsu jecha badaa siin jedhuu maalee tokko yoo tattaan walii galtaani jalallaan yoo waliin jiraattan heeduu jaallanna issiin caalaattii nuttii hordooftoni keessan gammachuun keenyaa guddaadha , ❤dogoggora jiru gafa arii caallisaa arriin yoo sinnirra gaale wal sirreefadha da,ima keessan guddiifadha adara Adara jireenyaa kiyya caalaa waa,een,caaltuu,boqonaa naa dhorka gammachuushee maalee, gadda,ishee,arguun,nattii,hin,tolu, seexxana,gidduu keessaan deeme waalittii issiin naquu rabbii gudduu keessanii haa buqiisuu akkaa amanta keessanittii kadhadhaafii adaraa

    @samyasamya4438@samyasamya443821 күн бұрын
  • Mashaallaa tabrkalhaa. Abdii.rabbii.siraa.hajalatuu.mee.namni.akaa.kiyaa.abdii.diqsfatani.lakii.godhaa👍

    @hamziyabedaso5033@hamziyabedaso503322 күн бұрын
    • As wr wb maatii naaf tayii qalii nama

      @sandabastudio5518@sandabastudio551822 күн бұрын
    • @@sandabastudio5518 WL.AS.WR.WB

      @hamziyabedaso5033@hamziyabedaso503322 күн бұрын
  • Abdi, you're a good person. Please keep nice

    @nujumaahmed2876@nujumaahmed287620 күн бұрын
  • Abdii jzk maasha allaah

    @ieisjuzgac6124@ieisjuzgac612421 күн бұрын
  • Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉

    @jadidmuktar2876@jadidmuktar287622 күн бұрын
  • Uuuuuufffffff Abdii lalee imimanii naa qabee😭😭😭😭

    @user-rb6fd2ph3l@user-rb6fd2ph3l20 күн бұрын
  • Badda hajii caltuma fi ilmo tee jabefadhuu❤❤rabbii woli isn hagalashuu❤😢

    @misraatollaa9151@misraatollaa915121 күн бұрын
  • Abdii Rabbiin jazaa sif haa debi'uu wollah galatomii Adhaa bayeen gamadee .woldhabaa issanii inumaa argaa garuu takkaa komentii katabee waa jedhee hin bekkuu dubii jarsafi jartii Rabbuman haa dubatuu jedhettuman cadhisee Adhaa garuu bay'ee gamadee

    @user-gi1vs6kb6u@user-gi1vs6kb6u22 күн бұрын
    • Maati naaf tai lubbuu koo

      @MesiOro-dt8np@MesiOro-dt8np20 күн бұрын
  • Wly abdin kunii nama yadati rabbin nama akka kee sifi habasu

    @TibaH-js4bu@TibaH-js4bu19 күн бұрын
  • Abdii hedduu galatoomi ❤❤❤❤❤🎉🎉

    @adamdebu3598@adamdebu359821 күн бұрын
  • Abdii misikinaa kenaa rabbii siraa hajalatuu rabbii isaa haqajechuu

    @safisaatubeoromoo@safisaatubeoromoo18 күн бұрын
  • Caltuu rabii nii sujudanif male mila jalati hin kufan😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤

    @Hamdiyaorotu@Hamdiyaorotu21 күн бұрын
  • Abdii qalii nama jiradhuu dhugaa guddaa galtoomii 🥰🥰🥰🙏

    @netsanettube9580@netsanettube958021 күн бұрын
  • Abdiin namaa garrii dhaa dhugaa jiraadhu abdii❤❤❤❤

    @TsehayGemechu-kn9py@TsehayGemechu-kn9py21 күн бұрын
  • Abdiyee qaallii naama Leco 🐅 Rabini waanii kee Haa dubaatuu❤❤❤❤

    @fatumat7506@fatumat750621 күн бұрын
  • Namoni akka kiyaa c fi h jaltan lik godhaf ❤❤

    @zeynutube6727@zeynutube672721 күн бұрын
  • Wl wr wb abdii galatomii rabbiin umurii kee haa dheresuu Rabbiin jazaa ka.eeriin siifaa deebiisuu ❤️❤️❤️❤️

    @nazirabawari3886@nazirabawari388621 күн бұрын
  • Aswr wb. Maashaallaa maashaallaa maashaallaa maashaallaa maashaallaa maashaallaa maashaallaa maashaallaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Abdii. Gallatomii

    @user-wc1rl5ri9i@user-wc1rl5ri9i20 күн бұрын
  • Obalesaa akkaa Abdii kanaa esayuu hin argatuu

    @hioryu6516@hioryu651622 күн бұрын
    • As wr wb maatii naaf tayii qalii nama

      @sandabastudio5518@sandabastudio551822 күн бұрын
  • Maaaashaa Allah Maaaashaa Allah Maaaashaa Tabarakalah Galatoomi ulfadhuu Abdii ❤❤❤❤❤❤

    @user-sf9wj8kq6e@user-sf9wj8kq6e21 күн бұрын
  • Rabbiin sirraa haa jaalatu abdii jabaadhu Mataa keetifis yaadi dubartii mana keetitti guurtee mataa kee hin dhukkubsin

    @CxBaha-lp1ns@CxBaha-lp1ns21 күн бұрын
  • Haaayiii Abdii miskinaa wlh rakatee❤❤❤😂😂

    @Haanichoo@Haanichoo21 күн бұрын
  • Adi Eebbifaami baga waliti harasite 👍👍👍👍❤️❤️❤️

    @hana-mi7dp@hana-mi7dp22 күн бұрын
  • Abdiii wlh raabii siii jazaa taatee rabiii siii haa kaafaaluu wlh obolesaa aakiiraa jechuu kanii Akaa ketii kaanaa

    @zainabtzainab8839@zainabtzainab883922 күн бұрын
    • As wr wb maatii naaf tayii qalii nama galtomii

      @sandabastudio5518@sandabastudio551822 күн бұрын
  • 😂😂😂😂😂ijaa dufadhuu jedhaa❤❤

    @omaramina515@omaramina51520 күн бұрын
  • MashaAllah MashaAllah MashaAllah abdii Rabbiin siirra hajaallatu Jeezaan kee jeennataan siif hadebi'u Rabbiin hajiis haaqajeelchu

    @abdulbasi1636@abdulbasi163621 күн бұрын
  • Abdii❤❤❤❤❤❤❤nama garidhaa atii galayomii atii namaguda raabii sii hagodhuu

    @user-nt1lw8gk8x@user-nt1lw8gk8x21 күн бұрын
KZhead