🛑😳ajaaiba hajjiin daa'ima miilaa lamaan wolitti hidhee osoo ishiin boottu abdiin dhufee irraa hiike😭

2024 ж. 27 Сәу.
28 010 Рет қаралды

Пікірлер
  • Abdii mucayyoo miskiina hin rakkisinaa dhiisaa daa'imni booyaa hin jirtuu hin sobin haadha garaan hin dandayuu dhiisaa akkasumatti haa Eeguufii siin haa dalaggattuu mashaa Allaah Rabbiin ija hamtuu irraa haa qabuufii Rabbiin haa guddisuufii❤

    @WaliyyaAbdusamed@WaliyyaAbdusamed17 күн бұрын
    • Yo irra gara gale ho nami Rafe aka nama dueti😭

      @user-tm5lc2sd9w@user-tm5lc2sd9w17 күн бұрын
    • Dubii owise humata waliti arse amas debie ufuma rakata bar ininis ajaiba dhuga rabbi

      @jggt1110@jggt111017 күн бұрын
    • Caaltuu rabbii jedhii daa'ima tee bakkuma duraa kaayadhu osoo irra garagalee osoo feehamtee huccuun sun morma maramee daa'imti tun waa taate boruu simatuu seenaya dalaggoo sun sitti haa haftuu daa'ima tee seeran guddifadhu atii caaltu mataa qabduu

      @ieisjuzgac6124@ieisjuzgac612417 күн бұрын
    • Abdii rabbii jazaa sii haa kafaluu wally akka ilmoo tiyyatti garaan na rifatee uuuufff yaa rabbii aboo caaltu tun mataa qabduu wally 😢

      @ieisjuzgac6124@ieisjuzgac612417 күн бұрын
    • 😢😢😢😢😢😢😢😢​@@ieisjuzgac6124

      @user-qe2mj2gg9r@user-qe2mj2gg9r17 күн бұрын
  • Caltuu amaa bodaa adanamaa kayaadhuu demmii amaa bodaa manatii dhisiinii rabbii sii haa gudisuu caltuu❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

    @SumayaKhalil-pk7bw@SumayaKhalil-pk7bw17 күн бұрын
  • Abdii atii garuu guddaa galatoomi nama akka keetii namaf dhiphaatu namaf yadduu Argee hinumaa hin beeku rabbii

    @sabbontuuoromoo365@sabbontuuoromoo36517 күн бұрын
  • Yaa caltuu bakkuma durani geffadhu wollahi hajji hin Amanin😢

    @hajarahajara8924@hajarahajara892417 күн бұрын
  • Uuuuuuuufffff Caaltuu miskinnii too beekechuu isii hin olee Walaayii😢😢😢😢

    @Jamiila275@Jamiila27517 күн бұрын
    • As wr wb maatii naaf tayii qalii nama galtomii

      @sandabastudio5518@sandabastudio551817 күн бұрын
  • Asubilaahaahi maali kunii subanaalhaa astofurulaa gowaa daimaa akkanaa godhaa gowwanuu dhalatiin dhalatuu gudatinii 😢😢😢

    @NanaNana-hc9ik@NanaNana-hc9ik17 күн бұрын
    • Kkkkkk

      @furnemiresa1@furnemiresa117 күн бұрын
  • Uuuufffii yaa rabbii mee worii herumin kolfinaa wolahii namaa rifachisaa

    @SUME-HEEBO6ba6t@SUME-HEEBO6ba6t17 күн бұрын
  • Wollahi nama gadisisaa ini bayyiinani hini yadduu malifi garuu daiima isa serani eguu qaba rabbi isaa haqajechu

    @sarakadiir6348@sarakadiir634817 күн бұрын
  • Mashaallah Tabarakalah rabbin sii haa guddisuu

    @foziyeegemmechuureriigalby4111@foziyeegemmechuureriigalby411117 күн бұрын
    • As wr wb maatii naaf tayii qalii nama galtomii

      @sandabastudio5518@sandabastudio551817 күн бұрын
  • Wallahii likkii hingonee osoo hirribaakeessa rifatee Milan buqqisaa mistinaa tiyyaa adanaa gaffadhu. Hajjii mataan fayyaa hinqabu. Abdiikun hunduu dalagaa teetifi Kan seidii rabbiin jazaa isiniihadeebi.uuu

    @user-im9jk8hf6c@user-im9jk8hf6c17 күн бұрын
  • Subahanallaha ya Rabii ya Allah nu qajelichii baruma akamii kesa jiraa ya Hajii Rabin si ha qajelichuu walahi 😢😢😢😢 caltu daima ke dhudhadhuu😢😢😢😢

    @MawradiiTaHamzaa@MawradiiTaHamzaa16 күн бұрын
  • Abdii ati dhugaa nama garii jezaa kee rabbii sii haa lakkayu wallhi caltuu hajii yuu hin getu Ani da'imaa jaraa lamaa irra dhalatee garaa na nyatee wallhi 😭😭😭😭😭😭😭dhifamaa walin

    @user-lf5gs7ii2y@user-lf5gs7ii2y17 күн бұрын
  • Uuuffii waqayyoo sii haa gudisuu saree koo ijii iraa hafiii. ❤❤❤❤

    @user-fg1nb8rv4y@user-fg1nb8rv4y17 күн бұрын
  • Dhugaa Rabbii Hadana sani woyyaa Miskinaa Caltuu ko 😢😢😢

    @sabontuujimmaa7728@sabontuujimmaa772817 күн бұрын
  • Mashaallh Rabbi isani ha guddisu❤❤❤

    @thhjhhjh8090@thhjhhjh809017 күн бұрын
  • Mashaa allaah tabarakallaah ❤❤❤❤Rabbii bakkaan isaniif haa gayu

    @hikimatiiraabii9220@hikimatiiraabii922017 күн бұрын
  • Mashallaa RabiiiSiyaaGudisuu😢😢😢😢❤❤❤

    @user-no9ho6tb9r@user-no9ho6tb9r17 күн бұрын
  • maaltu badee abbama woyaa abdii dhisii mashaa Alla haa gudisuu

    @user-ok8cq1de8p@user-ok8cq1de8p17 күн бұрын
  • Mashalaa Badaa Dhala Wlh ufitii Hidhun Wan Ufitananii ❤❤❤❤❤❤

    @hawahasen4639@hawahasen463916 күн бұрын
  • Micayaa tana hin gagaraa namichaa kana hin rakisini ada basi kalasa Abadi Raabbi jedhii😢😢😢😢😢😢

    @user-mx3nx6xt4l@user-mx3nx6xt4l17 күн бұрын
    • Hin jedhamuu

      @zamaabdulqadir6352@zamaabdulqadir635217 күн бұрын
  • Wayoo gara koo walhii inumaa kolfee har,dhaa😢😢😢😂😂 Calltuu rabbii jedhii hajii biratii hin dhisiin lamataa da,imaa tee😢😢😢

    @shamsiyatube8542@shamsiyatube854217 күн бұрын
  • Uuuuuuuffffiii caltuu daimaa tee hajii biraatii dhiftee hin demiin Rabbii jedhii😢😢😢😢😢😢😢😢

    @user-cn3xz1dk5w@user-cn3xz1dk5w17 күн бұрын
    • Maatii tayii qalii nama galtomii

      @sandabastudio5518@sandabastudio551817 күн бұрын
  • 😂😂😂😂Haji eebade Rabbi maaluma si uume garuu Aazubillah😢😢😢 Maasha allah daa'ima barreeduu tana hin miidhina me seeraan guddisa maasha allah😢❤🎉

    @konjoyebaalelij525@konjoyebaalelij52517 күн бұрын
  • Maashaallaah maashaallaah raabbii sii haa gudisuu wly ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    @user-en8vi4vo6l@user-en8vi4vo6l17 күн бұрын
  • Oftii hidhuun baleesse malee mucaan bohaa hin jirtu akkam Rafa Garu inni

    @maramesolomon6268@maramesolomon626817 күн бұрын
  • Abbo hajjin kuni sila namamo.😂😂😂 azubillah caltuun bekkatte yaa caltuu lammee biratti.hin dhisin😢 wly hin ajjesaa kun😢😢

    @user-zu6rj4ev9i@user-zu6rj4ev9i17 күн бұрын
    • 🦍 nama maliti gorriiladha

      @iyesusabdiijiraatadhaa1384@iyesusabdiijiraatadhaa138414 күн бұрын
    • 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆😭😭😭😭🙏🙏😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏

      @user-sj3ns3fi4y@user-sj3ns3fi4y13 күн бұрын
  • Maashaallh tabarkaallh raabbi siraa haajaltuu. Abdii atii namaa garidhaa

    @KamelaKamela-br2nw@KamelaKamela-br2nw17 күн бұрын
  • Mashaa Allah 🥰🥰 ijara hafii 🎉🎉❤❤❤rabbii sif haa gudisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    @user-oo9pn7ki2h@user-oo9pn7ki2h17 күн бұрын
  • Oso yero botu sani feamtee achi waa tate hoo😢😢😢😢 Ykn irra cise qotiyo kuni 😊

    @sanyijawwefibaqee8667@sanyijawwefibaqee866717 күн бұрын
    • 😂😂😂😂😂

      @user-di1bw9uc5e@user-di1bw9uc5e17 күн бұрын
  • 😂😂😂😂😂Hajii hojii kee moo Wly kolfani dhunee😂😂😂

    @alfiyadenko9679@alfiyadenko967917 күн бұрын
    • Dhuga keti ani gara naa dhukube kolfani😂

      @zamzamzamzam9599@zamzamzamzam959916 күн бұрын
  • Maalii yaa hajii ishinu da'ima Arashidha hiriba dafte raafti hanguma ishin rasftutyi egde waliin hin raftu maal jechuudha Mee hamma kun nutu ijoollee warra araba dilaa kana ega ollaa miti😂😂😂❤❤

    @orgyb9088@orgyb908817 күн бұрын
  • Uuufff da'imaati garaa nama nyaatii da'imaa waggaa hin gunee akkamiti milaa hiidhaa yaa rabbii hajii kunii homa hin yaaduu osoo namanu senee fudhaatee homa dhagahaa hin jiruu maa akkati rafaa garuu Abdii ati galatomii gaarii gotee mucayyoo tunii miidhamuu dandessi Yaa caltuu bakumaa duraani geefadhuu😢😢❤❤❤

    @tigisthailu3786@tigisthailu378617 күн бұрын
  • 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣Mashallah Tabarakaallah

    @shawakaba@shawakaba17 күн бұрын
  • Gidduu galiin ammas abdii adda bahu

    @ararseguddeta4480@ararseguddeta448017 күн бұрын
  • Yaa abdii dhiisii yaaboo akii hin kuudnee ofii isaari Dannii jiiraa hin agartuu❤❤

    @halimajamal1194@halimajamal119417 күн бұрын
  • Mshaallaa rabbii hagudi sufii❤❤

    @gsgs3318@gsgs331817 күн бұрын
  • Baredaa godhee abaadhaa hin midhuu 😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤ mashalaa mashalaa tabarkalh ijaa iraa hafii

    @user-sp2rs5mp7j@user-sp2rs5mp7j17 күн бұрын
    • Kkkk aboo hojii kee

      @user-dz8jz1jc8c@user-dz8jz1jc8c17 күн бұрын
    • Dhugaa ketii

      @masnootube507@masnootube50717 күн бұрын
  • Anatuu duraa lalee

    @user-hx1py9dh3w@user-hx1py9dh3w17 күн бұрын
    • Maatii tayii qalii nama galtomii

      @sandabastudio5518@sandabastudio551817 күн бұрын
  • MashaaAaah ❤🎉MashaaAaah ❤🎉MashaaAaah ❤🎉MashaaAaah ❤🎉MashaaAaah ❤🎉MashaaAaah ❤🎉MashaaAaah ❤🎉MashaaAaah ❤🎉MashaaAaah ❤🎉MashaaAaah ❤🎉MashaaAaah ❤🎉MashaaAaah ❤🎉MashaaAaah ❤🎉MashaaAaah ❤🎉MashaaAaah ❤🎉MashaaAaah ❤🎉MashaaAaah ❤🎉

    @user-jf5kl8ps3q@user-jf5kl8ps3q17 күн бұрын
  • Abdii qaalii koo baayy'ee baayy'ee guddaa galaatomi dhugaa rabbii baayy'ee baayy'ee guddaa si kabajaa obbooleesa koo qaalii dhifamaa guddaa akkaanati mucaa ni hin midhamatii😢😢😢😢

    @losi227@losi22717 күн бұрын
  • 😢😢😢😢😢uuuff

    @salyaslau2603@salyaslau260317 күн бұрын
  • 🥺🥺💔💔❤❤

    @orommo@orommo17 күн бұрын
  • Mashalaa tuu baraa kalaa rabii sii haa gudisuu ❤❤❤❤

    @user-gk1uv4ob8q@user-gk1uv4ob8q17 күн бұрын
  • Maashaa allaah maashaa allaah Abdii atiinamaagariidha wolahii bakumaa duraniin wayafii

    @kalusakalusa3105@kalusakalusa310517 күн бұрын
  • 😢😢😢c😢😢

    @user-gr1ow2wu1z@user-gr1ow2wu1z17 күн бұрын
  • A👍👍👍🥰🥰

    @dadomressa5454@dadomressa545417 күн бұрын
    • Masha Allah 😢😢😢😢

      @IPhone-rh9qv@IPhone-rh9qv17 күн бұрын
  • Wlhaa ossoo irraa gargare waani tokkoo goodhe yaa rabbii kiyya waayii haadha ufii taana moo😭😭😭😭😭

    @HalemaHalema-up9vg@HalemaHalema-up9vg11 күн бұрын
  • Masha alla Masha alla tabarak alla rabbiin siif haa gudisuu

    @ronialii142@ronialii14217 күн бұрын
  • H😂😂😂😂😂

    @user-it5qd6mp7d@user-it5qd6mp7d17 күн бұрын
  • 🎉🎉❤ جزاك اللهُ‎الله أكبرماشاءاللہ

    @xuubaasiraaj677@xuubaasiraaj67715 күн бұрын
  • Mashalla jedha warii daima tana laltan hundi kesanuu😢😢😢😢😢

    @user-gj3zj5vd9v@user-gj3zj5vd9v17 күн бұрын
  • Mashaa Allah tabarakalah Rabbiin haa guddiisuu

    @HindiyyaAbdallah@HindiyyaAbdallah17 күн бұрын
  • caaltuu, Hajjii fi horiin takka addan hin jirani dhisii ati ofira nama tokko itti himan male iti hin hidhani mamaksa jarsaa fi jartii laga takka waraban jedhu isanirati mirkanefadhe ammale yoo ka dhagetu daa'ima ofii adana fidate akka guddifatu godhii abdii akka rabbi siti fideti hajjiin si fi caaltule qixuma fudhen si rakisara yaada

    @JemilaDekebo-cb2hz@JemilaDekebo-cb2hz17 күн бұрын
  • Mashaallaa Mashaallaa da.imati rabbii sii haa gudisuu😢😢😢😢Caltuu 😢😢😢haati yoo dhagete dutii ufii hajii homa yaduu sila inni harreedha

    @SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk17 күн бұрын
  • Uuuuuuuuuuufffi Caltiyee too imaa bekkte wollaahi 😢😢😢❤❤❤

    @Hawwiishow1234@Hawwiishow123417 күн бұрын
  • Maashaallaah Tabarakaallaah Raabbii siifi haa guddiisuu

    @naemh9480@naemh948017 күн бұрын
  • Gaalatoomii Abdii qaalii namati!!!!!! ❤❤❤❤❤

    @user-ln8qv4bc1g@user-ln8qv4bc1g17 күн бұрын
  • Mashaa Alhaa obsanii rabinii sihagudisuu

    @jamilamoftahi7865@jamilamoftahi786517 күн бұрын
  • Wollaaih dhugaa keeti dogoraa gudaadha di'maa akana godhuu hin qabuu 😢😢😢😢

    @SumayaArsii-dd1zr@SumayaArsii-dd1zr17 күн бұрын
  • Ufii yaa haayati an kee abdii calatuu birati dhisii ufii❤❤❤❤

    @SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk17 күн бұрын
  • Abdii qalii nama galatoomii ❤❤❤hojiin hajii🤣🤣🤣🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️

    @netsanettube9580@netsanettube958017 күн бұрын
  • Caltuu Adanaa Gesiii Hin Maratee Hanii itiii getuuuu subhan allah😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢bareduu tanaa miskinaa welhiiiiii

    @taibasherif4431@taibasherif443117 күн бұрын
  • A❤❤❤ caaltuunii misikinnaa wly 😢😢😢😢😢😢😢

    @user-yu1by4eu4m@user-yu1by4eu4m17 күн бұрын
  • Kunii haree kakamii.Auzubillhii 😢😢😢😢😢demee dalaguu lakii anii saa takaaf. Isatii amanee dhiisuu

    @vivip-hu3li@vivip-hu3li17 күн бұрын
  • Kolfaa naa ajesee hajii abbaa hirbaa 😂😂😂😂😂😂😂 Oso Abdii ta'ee daimaa jalla fudhee dhoksaa ergaa vidoo warbuu kee ollee oso daimaa dhoksitee jiratee Mashallaa Mashallaa Mashallaa rabiin haa gudisuufi daimaa❤❤

    @masigalata7197@masigalata719716 күн бұрын
  • Uuuuuuffffiii yaa waaqayyoo malumaa kunii namini gowaan akkas kunii 😢😢😢😢😢😢😢

    @CaltuTube-fc2qo@CaltuTube-fc2qo12 күн бұрын
  • Mashallah ❤❤

    @linalina4758@linalina475817 күн бұрын
  • Misikinaa calituu daa'imaa tee egadhu 😢😢❤❤

    @asiyaahuseenasiyaahuseen8774@asiyaahuseenasiyaahuseen877417 күн бұрын
  • Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah ❤

    @xayibaormiya7280@xayibaormiya728017 күн бұрын
    • J😂😂😂😂😂😂😂🎉🎉🎉👍👍👍👍❤❤❤

      @user-sg4fm5dh9u@user-sg4fm5dh9u17 күн бұрын
  • Mashallaa mashallaa mashallaa rabini si hgudisu ❤❤❤❤❤❤

    @user-rn3qj1jj1h@user-rn3qj1jj1h17 күн бұрын
  • Ayii mucaani yoo xaaxatee duutee hoo yeroo akkasi godherafuu 😭😢😢

    @hayatah7696@hayatah76967 күн бұрын
  • wayooo😢😢 yo mila isa kanan dhaye hin haftu da.imti

    @shaawa7932@shaawa793217 күн бұрын
  • Masha Allah rabii isini haa gudisuu

    @madiitube2095@madiitube209516 күн бұрын
  • ❤❤❤ Abdii rabbi niyaa tee sif haa gutuu wlhi Ani nama akka ketii hin arakinee ❤❤❤❤ wlhi bayyee is jaladheee❤❤❤

    @user-ji6ir3wv7g@user-ji6ir3wv7g17 күн бұрын
  • maashallah rabbiin sii haa gudisuu❤❤❤😂😂😂

    @jamilaamano4553@jamilaamano455317 күн бұрын
  • Mashallahaa mashallahaa Rabiini isi hagudisuu mashallahaa ❤❤❤❤

    @ufhr7453@ufhr74538 күн бұрын
  • Haajjii hirbbaafi jeete Naama ajeestaa hojjii Kee nyaadhuu ati kii daalga deemii dubaatii hin hojjaatii ati raaftaa🏌️🏌️🏌️🏌️🏌️🏌️

    @gelgeleculuqe@gelgeleculuqe14 күн бұрын
  • Daa'imti dhalattuu woggaa hin guutin qaamni ni miidhama maaloo😭😭😭😭😭😭😭😭😭

    @fatumamohammad9064@fatumamohammad906415 күн бұрын
  • mashaallaah tapataa jirtii dhugaa🥺🥺💙💙💙💙

    @fwziaas2208@fwziaas220817 күн бұрын
  • Rabbini sii gudisuu bareduu ko❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah 💔 ❤

    @sufuhalseeb830@sufuhalseeb83017 күн бұрын
  • Uuuuuuuf yaa rabbii Mali ajjessee da,imaa

    @wsnwsn7573@wsnwsn757317 күн бұрын
  • Ufii daa.imaa hanagati hidhuu erga da.imaa midhatani ufii😢😢😢😢 🥺🥺💔💔

    @SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk17 күн бұрын
  • Subahan Allah mucaa Dhitee Daraba Yaa Calatuu Mucakee Baka Duran Kayatuu Kayii Hajin Wly Dhitee Ijashii Jamasaa😢😢😢😢

    @nayiitube626@nayiitube62617 күн бұрын
  • Mashallaa daimmaa bareedduu tanaa mali dararaa kuni😢gowwaa 😢😢😢😢

    @sabontuuhirpo@sabontuuhirpo17 күн бұрын
  • Masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah rabbi si haa guddisu

    @ayshahayshah4490@ayshahayshah449017 күн бұрын
  • Mashaalla Mashaalla tabarakialaa rabii isini haa gudiisu

    @aishaaisha3630@aishaaisha363013 күн бұрын
  • Subahana'allaah adana haa kayatuu

    @sadukamuu9404@sadukamuu940416 күн бұрын
  • Masha Allah ❤❤❤❤❤

    @rahimahashim4097@rahimahashim409717 күн бұрын
  • Mashaallaha mashaallaha

    @user-vc2nf7em1d@user-vc2nf7em1d17 күн бұрын
  • Wayo garako kolfa na fixe hajii mashallaa rabii isin hagudisu ishallaa 😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    @kadijjaanasirnasir5236@kadijjaanasirnasir523617 күн бұрын
  • Uuuuf dhugaa.rabbii hajiin kunii xiqoo rakkoo.waayii.qabaa caaliruun bektee.durayuu

    @Aster-qq5gf@Aster-qq5gf17 күн бұрын
  • Adaa caaltuun dhugaa qabdi sii hin amanu jetee 😭😭😭😭

    @sofiawlok6612@sofiawlok661217 күн бұрын
  • Subhana allah

    @ummusafiyaa4573@ummusafiyaa457317 күн бұрын
  • Uuuufff kun mali isaa umee rabbiin😢😢😢😢 jalaa ajesaa dhugaa 😢😢

    @saraetich8333@saraetich833317 күн бұрын
  • Caaltuu goowaadha dhugaa waaqayoo iciii😢😢😢

    @user-kk2ed7np3o@user-kk2ed7np3o17 күн бұрын
  • Gadisenii Akmii wolitii jirtanii❤

    @user-bc2fw1tc1o@user-bc2fw1tc1o17 күн бұрын
  • Masha Masha Masha Masha Masha Masha Masha Masha Masha Masha Masha ❤❤❤❤❤❤

    @user-hm1qp3hz6s@user-hm1qp3hz6s17 күн бұрын
  • Masha allah Masha allah gudadhuu❤❤❤🎉🎉🎉

    @Sumayaa183@Sumayaa18317 күн бұрын
  • Rabbi isaani haa guudisuu

    @minuteshamra7078@minuteshamra707817 күн бұрын
  • mashaalla 🥰🥰

    @vijayg2607@vijayg260717 күн бұрын
KZhead